Tender Detail

Tender Details

  • Deadline03 Sep 2022, 4:39 PM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories Land , House, Building And Warehouse

Gurgurtaa mana jireenyaa magaalaa Adaamaa keessatti argamu


Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Ayinaalem Shimallisiifi M/A/Idaa Wubaalem Kabbadaa gidduu falmii raawwachiisa murtii jiru ilaalchise mana qabeenyummaan isaa kan M/A/Idaa bittaadhaan argate idaa Bankii irraa barbaadamu qarshii 96,189.08/100 gurgurtaa irraa hiridhifamu ta'uu akka beekamu Lakk. kaartaa isaa 02-0202/05 ta'e maqaa Aadde Zinnaash Akililuu Sayidiitiin galmaa`ee jiru Magaalaa Adaamaa ganda Irreechaa Saayitii Dambalaa Bilookiin isaa lfi abbaa ciisicha tokkoo lakk. isaa ACT.0661 keessatti argamu ka`umsa caalbaasii qarshii 358,474tiin gaafa 27/11/2014 sa'aatii 3:30 - 6:00tti caalbaasii ifa ta'een ni gurgurama. Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.M/M/O/G/A/Adaamaa

Save Tender