Gurgurtaa mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa
Caalbaasii
M/A/Mirgaa Aadde Makkiyaa Ahimadiifi M/A/Idaa Obbo Muhaammad Kadiir gidduu falmii raawwii jiru ilaalchise mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa ganda Bokkuu Shanan keessatti argamu Lakk. Kaartaa isaa 1835/BSH/2001 ta'e maqaa Bazzawarqi Mangistuun galmaa`ee lafa kaaremeetira 105 irra jiru caalbaasii ifaa ta'een gatiin ka umsa caalbaasii qarshii 1,986,889tiin gaafa 24/11/2014 sa'aatii 3:00-6:00tti ni gurgurama. Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti bitachuu barbaaddan isaa keessaa dorgomuudhaan ka’umsa 1/4 isaa CPO`n qabsiisuun waraqaa eenyummaa qabachuun dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.M/M/A/Magaalaa Adaamaa.
