Nutrition Demonstration Centre Building
Oromia Bureau of Agriculture
Tender Information
| Title | Nutrition Demonstration Centre Building |
| Description | Procurement of Building Construction |
| Procuring Entity | Oromia Bureau of Agriculture |
| Reference No | OBA-NCB-W-0019-2018-BID-Open |
| Procurement Method | Open |
| Submission Deadline | 2026-06-07 10:00:00 |
| Invitation Date | 2026-05-18 00:00:00 |
| Procurement Type | Bidding |
| Award Type | single envelop |
Contact Information
| Physical Address: | sarbet, Room 3rd addis ababa, Ethiopia |
| Contact Details: | Tel: +251 9 Email: faya@gmail.com |
| Mailing Address: | P.O. Box 00, Postal Code: - |
LegalQualification
- •Waraqaa ragaa Qaama seerummaa:
Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Interpiraayizootaa) - •Ragaa VAT yookiin TOT :
Ragaa VAT yookiin TOT Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne ta’uu:
Bittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta’u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaqa Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Mdaallii Interpiraayizootaa) - •Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa :
Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kan kennamu (Interpiraayizii haaraa yoo ta’e haaraa ta’uu isaa yookiin gibira kaffaluuf kan hin qaqqabne ta’uu ragaa dhiyeeffachuu qabu)
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Waraqaa ragaa Qaama seerummaa:
Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroomfamee dhiyaate.
(Ref: Maanuwaaluu Ulaagaa Interpiraayizootaa)
ProfessionalQualification
- •Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsu:
Bittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu irraa dhiyaatu
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Dandeettii Hojii Raawwachiisummaa :
Dhaabbilee BLTO irraa ykn qaama leenjii kennuuf beekamtii qabu irraa waraqaa ragaa dhiyaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/
Ejensii Madaallii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa fi Qaamolee beekamtii qaban irraa waraqaa ragaa madaallii gahuumsa ogummaa/COC /sadarkaa barnootaa dhiyaate wajjin wal-simuu fi daangaa yeroo kennameef (Validity Date) irra kan hin dabarre ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
TechnicalQualification
- •Hirmaannaa dubartootaa fi Dargaggootaa (Participating women and youth):
Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa) - •Karoora hojii qopheeffachuu (Planning to execute the assignment):
Tartiibaa fi tarreeffama manni hojichaa qopheeffate bu’uura godhachuun Karoora Caccabee qophaa`e chaappaa fi mallattoo dura taa’aa yookiin bakka bu’aa Interpraayizichaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa)
FinancialQualification
- •Galmee Herregaa:
Wiirtuu kenniinsa Tajaajilaa iddoo tokkoo yookiin Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeessuu qaba.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa) - •Aadaa Qusannoo (saving cultures):
Ragaa gabaasa Baankii irraa/waldaa qusannooirraa yookiin harka qalleeyyii qusachuu hin dandeenye ta'uu isaanii mana maree deggersaa carraa hojii uumuufi ogummaa sadarkaan jirra dhiyaatu bu'uura godhatee ta'a.
(Ref: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa)
Bid Security
Amount: 0 ETB
