Tender Detail

Tender Details

  • Deadline03 Aug 2022, 4:41 PM
  • magazine
  • Bid Document PriceNot stated in the notice
  • Bid SecurityNot stated in the notice
  • opening dateNot stated in the notice
  • Categories Land , House, Building And Warehouse

Gurgurtaa mana jireenyaa Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu ganda Buraayyuu Kattaa keessatti argamu


Caalbaasii

R/himataa Gannat Abarraa fa'a N-6fi R/himatamtootaBirhaanee Abarraa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchise qabeenya raawwii himatamaa kan ta`e mana jireenyaa Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu ganda Buraayyuu Kattaa keessatti argamu 1ffaa mana jireenyaa lakk. kaartaa isaa Bur/Li/009/88/A ta'e caalbaasii ifaa gatiin ka`umsa isaa qarshii 750,986`n 2ffaa mana jireenyaa lakk. kaartaa isaa Bur/08/88 ta'e lafa kaaremeetira 300 irra jiru caalbaasii ifaa gatiin ka`umsa isaa qarshii 1,122,085'n gaafa 28/11/2014 sa'atii 3:00-7:00tti ni gurgurama.Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan iddoo qabeenyichi argamutti dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu mann murtii ajajeera. M/M/A/Mag/Buraayyuu.

Save Tender