Bittaa Hojii Qotiinsaa fi Ijaarsa Boolla Bishaanii
Oromia Bureau of Agriculture
Tender Information
| Title | Bittaa Hojii Qotiinsaa fi Ijaarsa Boolla Bishaanii |
| Description | Procurement of Deep Water Well Drilling Works |
| Procuring Entity | Oromia Bureau of Agriculture |
| Reference No | OBA-NCB-W-0011-2018-BID-Limited |
| Procurement Method | Limited |
| Submission Deadline | 2026-03-26 10:00:00 |
| Invitation Date | 2026-03-16 00:00:00 |
| Procurement Type | Bidding |
| Award Type | two envelop |
Contact Information
| Physical Address: | sarbet, Room 3/44 finfinne, Ethiopia |
| Contact Details: | Tel: +251 911448785 Email: Fayachali98@gmail.com |
| Mailing Address: | P.O. Box 00, Postal Code: 00 |
TechnicalQualification
- •Haala hojiin ittiin hojjetamuu fi itti dhiyeenya(approach) hojii:
Haalli ittiin ijaarsi piroojektii bishaanii kun raawwatu, dhiyeessii hujummoo sibiilaa fi pilaastikaa ykn meshaalee hojichaaf barbaachisanii fi mala ittiin eegumsa naannoo kunuunsuun danda’amu gadi fageenyaan xiinxalamee dhiyaachuu qaba
(Ref: -) - •Specific experience (Muuxannoo kallattii):
Dorgomaan waggoota shanaan darbaan keessatti akka kontiraakteraatti, waldaa shariikaa fi cita kontiraakteraatti haala quubsaa taheen hojii qootinsaa fi misooma boollaa bishaanii walii galte galee kan xumuree ykn kan of harkaa qaban immoo dhibbeentaa torbaatama (70%) ol kan hojjetan ta’uu qaba. Kunis;
1.Waliigaltee hojii Qotiinsaa fi Ijaarsa Boolla Bishaanii 1(tokko) kan bittaa karoorfame kanaan walfakkaatuu fi gatiin piroojektichaa dhiyaachuu qabu yoo xiqqaate Birrii akaataa Gabatee armaan gadii taa’ee jiruun VAT dabalatee dhiyaachuu
Waliigaltee hojii Qotiinsaa fi Ijaarsa Boolla Bishaanii 2(lama) Kan bittaa karoorfame kanaan walfakkaatu ta’ee hanga maallaqaa lakkoofsa Gabatee armaan Gadiitti argamu dhiyaachuu qaba.
piroojektoota dhiyaataniif waliigalte dura, kaffaltii xumuraa mirkanaa’e fi walharkaa fudhinsa jalqabaa projektii dhiyaachuu qaba
(Ref: ITB 16.3) - •Pending litigation (Falmii adeemsa irra jiru):
Ida’amnii Waliigalaa falmiin adeemsa irra jiru hundi dhibbeentaa digdama (20%) qabeenya qulqulluu dorgomaan qabu caaluu kan hin qabnee fi falmiin adeemsa irra jiruu akka dorgomaa irratti murtaa’uutti fudhatamuun ilaalamu qaba
(Ref: ITB 37.4(e)) - •karooraa fi Sagantaa raawwii Hojii:
Sagantaa raawwii tartiiba hojii hojjetamuu, maashinarii, humna namaa fi yeroo dhiyeessii meeshaalee ijaarsaa (material delivery schedule) qofaa qofaatti dhiyaachuu qaba
(Ref: -) - •Site Visit:
The bidder shall visit the site and attach the description and letter verified by the Zone, District or Town water office and attach it in technical proposal as per ITB Clause 10.1.
(Ref: -) - •General experience (Muuxannoo walii galaa):
Dorgomaan waggoota shanaan darbaan keessatti akka kontiraakteraatti, waldaa shariikaa fi cita kontiraakteraatti dorgomaan biyya keessaa muuxannoo hojii pirojektii 1 ykn hojii Pirooktii 2 hojii bolla ijaarsaatiin qabaachuu isaa dhiyeeffachuu qaba.
Piroojektoota dhiyaataniif waliigalte dura, kaffaltii xumuraa mirkanaa’e fi walharkaa fudhinsa jalqabaa projektii dhiyaachuu qaba.
(Ref: ITB 22.2 (b)(iii)) - •History of non-performing contracts (Seenaa hojii waliigaltee raawwachuu dhabuu):
Odeeffannoon guutun mala hiika
waldhabdee ykn falmiin fala xumuraa
argachuu isaa irratti hundaa’ee, guyyaa
xumura dhiyeessii caalbaasiin dura waggoota 5(shan) darban keessatti seenaa waliigaltee raawwachuu dhabuu kan hin qabne. Falmiin fala xumuraaargate jechuun mala hiikkaa waldhabdee
filannoo ykn falmii mana murtiitiin dhimma murtii xumura argatee fi adeemsi xumurame.
ol’iyyannoo Isaa kan
(Ref: 37.4(d)) - •Equipment for the implementation of the contract (Maashina hojiif barbaachisan):
Dorgomaan hojii waliigalticha raawwachuuf kan dandeessisu meeshalee ijaarsaa armaan gaditti tarreefaman qabaachu qaba
1 DTH/Mud Rotary Drilling Rig with accessories 1
2 Compressor (20 bar and above) 1
3 Crane Truck (10 ton or above) 1
4 Generator set 100 KVA and above 1
5 Submersible pump (10-50 l/s, 200 m head) 1
(Ref: ITB 37.4(f))
FinancialQualification
- •Historical Financial Performance:
submission of audited balance sheets and other financial statements as required in the BDS Clause 17, for the last five [insert number of years] years or minimum required years to demonstrate the current soundness of the Bidder's financial position and its prospective long-term profitability.
(Ref: -) - •Average Annual Turnover:
Waggoottan 5(Shan) darban keessatti dorgomaa/Shariika Galii waggaa Olaanaan (the peak annual turn over) herreegamukaffaltii waliigalaa hojii waliigaltee adeemsa irra jiruuf (in progress) yookaan hojii xumuramaniif mirkanaa’ee raawwatamee Birrii …… hanga sanada yaada dorgoomii
(Ref: ITB 17.) - •Financial Resources:
armaan gaditti yaa’insa maallaqaa barbaadamu guutuuf walii galtee kaffaltii dursaa qaama biroo irra argatuun ala kan jiru Doorgomaan carraa ykn maallaqa callaa fi qabeenya salphaatti gara maallaqa callaatti jijjiramu (liquid assets), qabeenya idaan hin qabamne (unencumbered real assets), haala liqii itti argatu, fi tooftaalee biroo
kan madda maallaqa ittin argatu
(Ref: ITB 17.1)
LegalQualification
- •Nationality:
Nationality in accordance with ITB Clause 4.2.
(Ref: ITB 4.2) - •Conflict of Interest:
No conflict of interest as described in ITB Clause 6.
(Ref: ITB 6) - •VAT registration certificate:
Having been submitted VAT registration certificate issued by the tax authority (in case of contract value specified in BDS Clause 4.5(b)(ii)), in accordance with ITB Clause 4.5(b)(ii);
(Ref: ITB 4.5(b)(ii)) - •Valid trade license or business organization registration certificate:
Having been submitted valid trade license or business organization registration certificate issued by the country of establishment
(Ref: ITB 4.5 (b)(I)) - •Valid tax clearance certificate:
Having been submitted valid tax clearance certificate issued by the tax authority
(Ref: ITB 4.5 (B)(iii)) - •Galmee Dhiyeesitootaa keessatti galma’aan.:
Akkaataa QD keewwata 4.6 Galmee Dhiyeessitootaa irratti kan galmaa’e miiltoo waliin dhiyaachuu qaba.
(Ref: -)
ProfessionalQualification
- •Number of staff (Baay’ina Hojjeetoota):
Yoo xiqqaate hojjeetootni baay’inni isaanii 3 (sadii) yeroo ammaatti dhaabbata dorgomaa bira
Hojjechaa kan jiran ta’uu qaba. Dorgomaan sanada waliigaltee hojjetaa fi hojjechiisaa osoo sanadni caalbaasii hin galchiin ji’a 3 dura mallattaa’e dhiyeessuu qaba. Kana mirkaneessuuf waliigaltee seera qabeessa ta’ee fi raga kaffaltii miindaa hojjettootaa waajjira galii irraa fiduu qaba. Akkasumas ragaan kun hojjettoota akka “Gaggeessaa Piroojektii, Ji’oloojistii Iddoo Piroojektii (Site Geologist), and Qondaala Qotaa Boollaa (Chief Driller), Qotaa Boollaa (Driller) irratti kan madaalamu ta’a.
(Ref: ITB 15.1) - •Personnel for the key positions (Humna Namaa gita hojii Ijoo barbaachisuu):
dorgomaan Hojjeettoota keewwata xiqqaa 2.1 jalatti ibsaman keessaa hojjeetoota gitoota hojii ijootiif yaadaman ulaagaalee armaan gaditti tarreeffaman kan guutan
ta’uu isaanii argiisiisuu qabu
Qulqullinnii fi gahumsi hojjettoota hojii irratti hirmaatanii: raga barnootaa, CV, waliigaltee hojjetaa fi hojjechiisaa,qaama aangoo qabuun kan mirkanaa’e, “renewed professional license” fi muuxannoo hojii (muuxannoo hojii naannoo oromiyaa keessatti qabuu fi afaan naannichaa danda’uun) madaallii hojjettoota murteessoo armaan gadii irratti ni raawwata.
(Ref: ITB 15.2)
Bid Security
Amount: 200000 ETB
Foreign Bidders Form: Letter_from_Small_and_Micro_Enterprise, CPO
Local Bidders Form: CPO, Bank_Guarantee
Terms and Conditions
AND IT IS MANDATORY TO DELIVER THE BID SECURITY IN PERSON
